RAAWWII RAAJIIWWAN KAKUU MOOFAA
Barnoota
8ffaa
Sadaasa 23,
2024
“Isa Yohannis
cuuphaan dhugaa
ba'e irra caalaa
kan dhugaa anaaf
ba'u qaba; hojiin
abbaan koo akkan
raawwadhuuf
dabarsee anatti
kenne baay'ee
dha; hojiin ani
hojjedhu kunis
abbaan akka ana
erge dhugaa
anaaf in ba’a.”
— Yoh. 5:36
Yesuus Kiristoosicha dha, Isa Waaqaan
dibame, Fayyisaa biyya lafaati. Inni utuu
homtinuu hin jiraatin jiraataa ture,
Waaqas. Akkasitti
Garuu warri yeroo Isa fudhanne
Isaatti turan, Isa
warri
amannes.
Isaa wajjin haasaa fi walitti dhufeenya
qabaatan, waa’ee dubbii kanaa maal
yaadu?
Kaan in fudhatan, kaan in tuffatan.
Ragaa maalii irra dhaabatanii filannoo
isaanii godhatan?
Sababoota Yesuus akka Kiristoositti
fudhatameef:
Ragaa Abbaa.
Ragaa Macaafa Qulqulluu.
Ragaa Raajiiwwanii.
Sababoota Yesuus akka Kiristoositti
fudhatama dhabeef:
SABABOOTA YESUUS AKKA
KIRISTOOSITTI
FUDHATAMEEF
RAGAA ABBAA
“Isa Yohannis cuuphaan dhugaa ba'e irra caalaa kan dhugaa anaaf ba'u qaba; hojiin abbaan koo akkan
raawwadhuuf dabarsee anatti kenne baay'ee dha; hojiin ani hojjedhu kunis abbaan akka ana erge
dhugaa anaaf in ba’a.” Yoh. 5:36
Yesuus mallattoolee baayyee adda ta’uu Isaa
agarsiisu raawwate. Shakkii tokko malee, namni
ragaa kana haalu hin jiru: “Kan jaaman in argu,
kan hokkolan in adeemu, kan lamxaa'an in
qullaa'u, kan duudan in dhaga'u, kan du'an in
Kana irratti,
ka'u, hiyyeessotaafis misraachoon baayyonni
in lallabama.”
— Mat. 11:5 Yesuus Kiristoosicha ta’uu
Isaa gaafachaa turan. Yeroo
kallattiidhaan dhimma kana
gaafatame, Yesuus
milikkitoota kana akka
ragaatti dhiheessuudhaan
walitti dhufeenya Abbaa
wajjin qabu dubbatee akka
Inni Isa erges
Akkasitti, mirkaneesse
warri Isa qoran xumura barbaadan irra akka
(Yoh. 10:24-25; Yoh. 5:36.)
ga’aniif isaan dhiise. Kana jechuu Isaatiin erga
dhagaadhaan Isa dhahuu barbaadanii (Yoh. 10:31-33),
RAGAA MACAAFA
QULQULLUU
“Caaffata qullaa'oo keessaa jireenya bara baraa qabna jettanii waan
yaaddaniif, caaffatoota in qortu; caaffatoonni sunis immoo anaaf dhugaa in
ba'u.” — Yoh. 5:39
Ragaan lammataa Yesuus akka
ragaa ergama Waaqummaa isa
qabatee dhufeetti kan Inni
dhiheeffate Macaafa Qulqulluu
dha, innis Kakuu Moofaa dha.
Yesuus ergama Isaa ibsuuf seenaa
Macaafa Qulqulluu fayyadame.
Fkn, bofa Museen lafa onaa
keessatti fannise ilaalchisee, Innis
akkamitti akka du’uu fi hiikkaa
aarsaa sanaa
Muraasni isaanii Yesuus keessatti dubbate,
Masihii (Yoh.
isa Musee fi 3:14-
15.) arganiiru (Yoh. 1:45; 4:25-
raajonni waa’ee Isaa dubbatan
26.)
Maatiwos, Maarqos, Luqaas, Yohaannis, Phaawuloos,
Pheexiroosii fi barreessitoonni Kakuu Haaraa warri hafan,
irra deddeebi’anii geggeessaa Hafuura Qulqulluu jala
ta’uudhaan, akkamitti jireenyi, du’uun, du’aa ka’uunii fi
Teessoo Waaqaatti ol ba’uun Yesuus isa Kakuu Moofaa
RAGAA RAAJIIWWANII
Kunis wanni Katabbiin Qulqulluun, … jedhe sun akka raawwatamuuf taʼe.
Yohannis 19:36
Kakuu Moofaa keessa, raajiiwwanii fi fakkeenyota dhibbaan lakkaa’amantu
Kiristoosiin ilaalchisee jiru, isaan immoo jireenyaa fi tajaajila Yesuus keessatti
fiixa ba’aniiru, Yohaannis immoo muraasa isaanii heereera.
Yoh.
Hojii isa Isa dursuu Isa. 40:3
1:23
Hinaaffaa Yesuus ittiin
Yoh. daldaltoota mana Faar.
2:17 qulqullummaa keessaa 69:9
baase
Yoh. Bishaan jireenyaa Erm.
7:38 dhiheessuu Isaa 2:13
Yoh. Betelihemitti dhalachuu
Mik. 5:2
7:42 Isaa
Yeroo Inni Yerusaalemiin
Yoh. Faar.
seene simannaa Isaaf
12:13 118:26
godhame
Yoh.
Mo’icha Inni ittiin
12:14- Zak. 9:9
Yerusaalemiin seene
15
RAGAA RAAJIIWWANII
Kunis wanni Katabbiin Qulqulluun, … jedhe sun akka raawwatamuuf taʼe.
Yohannis 19:36
Kakuu Moofaa keessa raajiiwwanii fi fakkeenyota dhibbaan lakkaa’amantu
Kiristoosiin ilaalchisee jiru, isaan immoo jireenyaa fi tajaajila Yesuus
keessatti fiixa ba’aniiru, Yohaannis immoo muraasa isaanii heereera.
Yoh. Faar.
Michootaan ganamuu
13:18 41:9
Yoh. Loltoonni uffata Yesuus Faar.
19:24 hirmaachuu 22:18
Yoh. Fannoo irratti Faar.
19:28 dheebochuu 69:20-21
Yoh. Yeroo du’e lafeen Isaa Lakk.
19:36 akka hin cabne 9:12
Yoh. Zakk.
Eeboon waraanamuu
19:37 12:10
Yoh. Faar.
Du’aa ka’uu
20:9 16:10
SABABOOTA YESUUS AKKA
KIRISTOOSITTI FUDHATAMA
DHABEEF
AS “LAFA IRRAA” MALEE “OLII” WAAN
addunyaa kanaa ti; aniHIN TAANEEF
Innis ittuma fufee akkana jedhe; “Isin kan gadii ti; ani kan olii ti. Isin kan
immoo kan addunyaa kanaa miti.” Yohannis 8:23
Geggeessitoonni amantii
maaliif Yesuusiin hin simanne?
Abbaa hin beekan (Yoh. 8:19, 27, 55.) Waaqayyoon
ni amanna jedhu, garuu beekumsa afaanii bira
darbee Waaqa hin beekan.
As “lafa irraa” turan (Yoh. 8:23.) Waa’ee waan lafaa
malee waa’ee waan samii hin yaadan.
Aadaa isaanii Sagalee Waaqaa irra caalchifatu
(Maat. 15:3)
Qubee Seeraatti rarra’u malee hiikkaa hafuuraa isaa
hin beekan (Rom. 2:27; Maat. 5:20-22) Egaa, utuma
Beekumsa Macaafa Qulqulluu qabaachuu qofti akka geggeessummaa
waan isaan fayyisuutti yaadu turan (Yoh. 5:39) gadheen jiruu,
Museetti in amanu, garuu Raajii inni waa’ee Isaatiif Yihudoonni
dubbate dhufuu isaa immoo hin fudhanne (Yoh. baayyeen bira
5:46)
dabarsanii
Araara irraanfatan (Mat. 23:23) ilaaluu
danda’aniiru,
“Ergamoonni Kiristoosiin dhuga ba’umsa raajii irraa
amananii fudhatan, Sagalee jireenyaa sana immoo ilaalanii
qaqqabanii mirkaneeffatan. Dhuga ba’umsa raajota Kakuu
Moofaas qabna, dabalataan immoo dhuga ba’umsa
ergamootaa fi kan amantoota Kakuu Haaraa qabna. Raajonni
Fayyisaa Isa dhufuuf jedhu sana fuulduratti agarsiisan;
ergamoonni immoo Fayyisaa Isa raajii raajame sana dhufee
sirriitti fiixaan baaseef dubbatan. Caancalli ragichaa guutuu
fi wal qabataa dha. Warra amanan amansiisuuf ga’aa dha.
Waaqayyo dhuga ba’umsa ga’aa namoota Humna Waaqayyoo
irratti amantii akka qabaatan taasisu kenneeraaf, innis
The Desire of Ages, note 2 (Spanish version)
ergama Waaqummaa Ilma Isaatii keessattii fi aboo fi hojii
Hafuura Qulqulluu keessatti dha.”